𝗭𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝗗𝗶𝗻𝗮𝗴𝗱𝗲𝗲 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗱𝗮𝗮: 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐨𝐦𝐬𝐚 𝗘𝗴𝗲𝗿𝗲𝗲 𝗗𝗶𝗻𝗮𝗴𝗱𝗲𝗲 𝗔𝗳𝗿𝗶𝗸𝗮𝗮
Gadaan akka 𝒁𝒐𝒐𝒏𝒊𝒊 𝑫𝒊𝒏𝒂𝒈𝒅𝒆𝒆 𝑨𝒅𝒅𝒂𝒂 𝑺𝒆𝒌𝒕𝒂𝒓𝒂-𝑫𝒂𝒏𝒖𝒖tti (Multi-Sectoral Special Economic Zone) beekamtii argachuun isaa olguddina caasawa bulchiinsaa qofa miti; mallattoo birmadummaafi ce’uumsa dinagdee keenyaati. Beekamtiin Boordii Invastimantii Itiyoophiyaa irraa dhiheenya kana…
