Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa’ikalaawii hanga Ameerikaa
Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa’ikalaawii hanga Ameerikaa Caamsaa, 2026 Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 8 Geerarsishee kilaashii hidhattee, eeboo qabachuun, gaachana mirmirsaa takkatuu farda yaabbattee, takkatuu immoo daggala keessaa…








