Fayyadama Yeroo Suhuurii
YEROO SUHUURII: Bishan gahaa dhugaa. Keessattu namoonni naannoo gammoojjii fi hoo'aa jirtan—ifxaarii fi suhur jidduu bishaan sirritti dhugaa. Yoo xiqqaate bishaan hanga litirii lamaa. Akkasumas, kuduraalee fi fuduraalee bishaan nuuf…

