
“Dubri yeroo jalqabaatif meeshaa dhiiraa hoggaa agarte miira akkamtu itti dhagayama?”
Bara ammaa kana dubartoonni baay’een ijalleen arguu baatan suuraafii viidiyoo meeshaa dhiiraa barbaadanii laalu. Garuu dubbiin akka suuraarratti arganiifii namarraa waa’ee isaa dhagayan sanii miti. Dubri takka yeroo jalqabaaf qaama saalaa dhiiraa arguun, miira walmakaa adda addaa itti uuma. Kunis akkaata itti guddatan, odeeffannoo waa’ee meeshaa dhiiraa duraan qabaniifii haala itti argan irratti hundaa’a.
Miirota dubratti dhaga’amuu danda’an keessaa muraasni:
- Dinqisiifannaafii gammachuu guddaa: Akkaataa inni itti ka’u, yeroo hin ka’in laafaa ta’ee, hoggaa ka’e jabaachuun isaa, baay’ee isaan dinqisiisa. Baay’een isaanii bifa isaa, gogaa isaa ykn hidda dhiigaa (veins) isaa arganii ajaa’ibsiifachuu danda’u. Akkasumas, guddina ykn boca isaa ilaalchisee yaada duraan qaban irraa adda ta’e arganii surprise ta’uu.
- Sodaachuu: Takka takka immoo guddina isaa ykn bifa isaa yeroo argan xiqqo sodaachuu danda’u.
Qaqqabachuuf ariifatuu: Dubri takka takka akkuma arganiin qabachuuf jarjaru. Gogaan isaa yeroo qaqqaban itti lallaafuu fi itti ho’uun isaa dubratti miira addaa uumuu danda’a.
Walumaagalatti, dubri gaafa dura meeshaa dhiiraa agarte, ishii sodaachuu, ajaa’ibuu, kofluu, rifachuu, gammaduu… dandeessi. Akksuma dhiironni yeroo jalqabaatif qaama saalaa dubartootaa gaafa argan miironni wal-fakkaatan itti dhagayama.
Download Apps…❤
👇👇
Gets Apps





